Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer Liigii Itoophiyaatti ol guddate

Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer liigii Itoophiyaatti ol guddateera. Miseensota garichaa hirmaannaa Priimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 argachuu isaa mirkaneeffachuun gara magaalichaa deebi'eef simannaan gootaa taasiifameera. Kantibaan magaalichaa Aadde Liidiyaa…
Read More...

Ityoophiyaa 0 – 1 Naayijeeriyaa

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan injifatameera. Tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa xumuraa har'a taphatameen Gareen Kubbaa…