Ispoortii
Tapha Waancaa Afrikaa Bahaa fi giddugaleessaaf taphattoota 23’f waamichi taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha seekaafaaf taphattoota 23’f waamicha taasiiseera.
Leenjisaa olaanaan garichaa Fireew Hayila Gabree’eel tapha Waancaa seekaafaa Ugaandaatti gaggeeffamuuf taphattoota 23’f waamicha taasiisaniiru.
Haaluma kanaan Taarikuuwaa Barganaa, Yemiwadish…
Read More...
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa 1 fi 0n injifateera.
Hadiyyaan taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 32…
Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Feedreeshiniichi yaa’ii ariifachiisaa waliigala Galma Komishinii Diinagdee Afrikaatti…
Fiigichi daandirraa mata duree ‘jalaalaf nan fiigaa’ jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 fi 10 mata duree 'jalaalaf nan fiigaa' jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Dorgommicha Kantibaan bulchinsa magaalaa Dirree Dawaa obbo Kadir…
Liivar Puul Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa miilaa Liivar Puul rukkuttaa adda bahiinsaan Cheelsii injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA ta'eera.
Taphni idileen goolii malee qixaan xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Liivar Puul…
Leenjisaan Fireew Hayila Gabri’eel leenjisaa olaanaa garee biyyaalessa dubartootaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) - Leenjisaa Fireew Hayilee Gabri’eel leenjisaa olaanaa garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa (Luusiwwanii) ta'uun muudamuu ibsameera.
Leenjisaan Fireew dorgommii Kubbaa Miilaa…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Dirree Dawaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a taphatameen Dirree Dawaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa garaagarummaa goolii hedduun injifateera.
Tapha har’a sa’aatiii 4:00 irraa…