Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Dirree Dawaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa injifate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a taphatameen Dirree Dawaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa garaagarummaa goolii hedduun injifateera.
Tapha har’a sa’aatiii 4:00 irraa eegalee taphatameen Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Dirree Dawaa Kilaba Kubbaa Miilaa Hadiyyaa Hoosaa’iinaa goolii 4…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25, 2014 gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2023f…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25,2014 Maalaawwii waliin,Caamsaa 29, 2014 ammoo Ijipti waliin gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2023f kan tapahatu ta’uu ifoomeera.…
Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban injifatte
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban yeroo 2ffaaf injifatteerti.
Atleet Tsahaay Gammachuu fageenyicha sa’aatii 1 fi daqiiqaa 06 fi seekondii 44n xumuruun…
Dorgommii maraatoonii Baarseeloonaatiin atileetonni Ityoophiyaa 1 hanga 3 ba’uun olaantummaan…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Dorgommii maraatooni Baarseeloonaatiin atileetonni Ityoophiyaa 1 hanga 3 ba’uun olaantummaan goolabaniiru.
Dorgommii maraatoonii dhiirota Ispeen Baarseeloonaatti gaggeeffameen Yihuuniliny Adaanee…
Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaa Niijeeriitti gaggeeffamuuf darbuu dinqisiifataniiru.
Aadde Adaanach gareen kubbaa…
Sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – "Finfinneen Magaalaa Nageenyaa fi waliin jireenyaati" dhaadannoo jedhuun sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffameera.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera.
Tapha har’a ganama taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa…