Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Leenjisaan Fireew Hayila Gabri’eel leenjisaa olaanaa garee biyyaalessa dubartootaa Ityoophiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) - Leenjisaa Fireew Hayilee Gabri’eel leenjisaa olaanaa garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa (Luusiwwanii) ta'uun muudamuu ibsameera. Leenjisaan Fireew dorgommii Kubbaa Miilaa dubartootaa Seekaafaa guyyoota muraasa booda qopheessummaa Ugaandaan gaggeeffamu Luusiiwwan ni dursu jedhame.…
Read More...