Ispoortii
Priimeyar Liigichaan Dirree Dawaa fi Adaamaan goolii malee qixa ba’an
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 22ffaan Dirree Dawaa fi Adaamaan goolii malee qixa ba’aniiru.
Taphni Beetkiingii Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 22ffaan har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii magaalaa Hawaasaatti Dirree Dawaa fi Adaamaa gidduutti gaggeeffame goolii…
Read More...
Diichaa 2 -1 Giyoorgis
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Qidduus Giyoorgis 2 fi 1n injifateera.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii…
Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera.
Tapha har’a gaggeeffameen magaalaa Adaamaa qabxii 2 fi 1 mo’ateera
Gooliicha Muujiib Qaasiimii fi…
Federeeshinichi garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaaf badhaasni Birrii miiliyoona 6 akka…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa waggaa 8 booda Geeba Afrikaaf darbeef badhaasni Birrii miiliyoona 6 akka laatamu murteesseera.…
Taphoota Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan Sabbataan Bahaar Daar injifate
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee21ffaa har’a gaggeeffameen gagaalaan Sabbataa Magaalaa Baahir Daar 2 fi 1n injifateera.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Liigii olaanoo biyyaalessaa keessatti morkataa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi'uu mirkaneeffateera.
Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaddii C keessatti…
Kilabni Qidduus Giyoorgis taphattoota ciccimoo garichaa 4 hojiirraa dhorke
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Kilabni Qidduus Giyoorgis sababa namuusaan Geetaanaa Kabbadaa, Aschaalew Taammanaa, Gaaddisaa Maabraatee fi Muluuleem Masfin garee olaanaa keessa dhorkuu beeksiise.
Kilabichi ibsa laateen garicha…