Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame

Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1'n Magaalaa Shaggar injifateera. Tapha biroon Itiyoo Elektiriik galchii 1 fi 0'n Midira Gannat Shiree injifateera. Tapha waaree booda…
Read More...