Ispoortii
Ispoortiin biyyaafis dhuunfafis faayidaa hedduu qaba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Sirna Badhaasaa Ispoortii EBC - Baankii Daldalaa marsaa 4ffaaf gaggeeffamerratti kan argaman Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ispoortiin biyyaafis dhuunfafis faayidaa hedduu qabaachuu ibsaniiru.
Dhimmoonni Ispoortii fi biyya walitti hidhan jiraachuu eeraniiru.
Ispoortiin dhamaatii dhuunfaa fi garee…
Read More...
Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigichaa Boostan injifatte
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigicha daandirrraa Kiiloo Meetira 5 Ameerikaa Boostanitti gaggeeffame injifatte.
Sanbareen fageenyicha daqiiqaa 14 fi sekendii 49'n xumuruun riikkardii bakkichaa…
Afrikaa Kibbaa 0 -3 Ityoophiyaa
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa garee kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii fi gita isaa Afrikaa Kibbaa waliin taphatame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame.
Taphni…
Shaampiyoonaan Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaa olaantummaan golobde.
Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf giddu gala leenjii Ispoortii Raas Hayiluutti gaggeeffamaa tureen…
Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaan meedaaliyaa warqee 11 argatte
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan guyyaa baniinsatti qofa meedaaliyaa warqee 11 argatte.
Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa…
Obbo Taammiraat Fayyisaan yeroo 2ffaaf Preezdaantii Federeeshinii Teekaawaandoo Afrikaa ta’uun…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Teekaawaandoo Afrikaa obbo Taammiraat Fayyisaa irra deebiin Preezdaantii federeeshinichaa taasisuun filateera.
Federeeshinichi guyyaa kaleessaa Yaa’ii Waliigalaa 5ffaa…
Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Haadha riikkardii meetira kuma 10 kan taate Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebiteerti.
Olompiikii Riyoo Biraaziilitti gaggeeffameen riikkardii meetira kuma 10 cabsuun…