Ispoortii
Gulaallii Shaampiyoonaa Alteetiksii addunyaa mana keessaa Beel Gireed 2022n Atleetoonni Ityoophiyaa meetira 1500 xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Dorgommii gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti har’a meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa xumuraaf darbaniiru.
Dorgommiin Gulaallii Fageenya meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti har’a sa’aatii 8:20 irraa…
Read More...
Ramaddiin nuusa xumuraa shaampiyoonsi liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa shaampiyoonsi liigii Awurooppaa guyyaa har’aa ifoomeera.
Haaluma kanaan:-
Cheelsii Vs Riiyaal Maadriid
Viyaariyaal Vs Baayarn Muuniik
Maanchistar Siitii Vs…
Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a kan eegalu yoo ta’u, Atleetoonni Ityoophiyaa fageenya garaagaraan gulaallii fi xumuraaf kan dorgoman ta’uu Federeeshiniin Alteetiksii…
Ityoophiyaa 0 -3 Gaanaa
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin taphateen goolii 3 fi 0n injifatameera.
Walmorkiin garee…
Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabe
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabeera.
Waldorgommii Atileetiksii guddatootaa Umurii 20 gadii 10ffaa fi umurii 18 gadii 3ffaa biyyolessaa…
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiya har’a gita isaa Gaanaa waliin ni…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartoota biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin morkata jedhame.
Walmorkiin garee lamaan gidduutti har'a…
Gabaaf Dhiyaachuu Kilaba Kubbaa Miilaa Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) –Abbaan qabeenyaa kilaba Cheelsii Roomaan Abraamoovich kilabicha gurguruuf mootummaa Ingiliz waliin waliigaleera.
Biliyeenerri lammii Raashiyaa abbaan qabeenyaa Cheelsii marii mootummaa Ingiliz waliin…