Ispoortii
Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ejansiin Barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa beeksiise.
Dorgommiin fi agarsiifni Teeknooloojii, kalaqaa fi qorannoo bara 2013 naannoo Sidaamaatti gaggeeffamaa jira.
Agarsiifni magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa…
Read More...
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mata duree ‘addunyaa Ispoortii Yuunvarsiitii jijjiiruu’ jedhuun Yaa’iin…
Komooroos yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Komooroos seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte.
Komoroos biyya ummata kuma dhibba 9 gadi qabdu yoo taatu yeroo jalqabaaf Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaaf darbuu ishee…
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu ni gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Saganticha ilaalchisee koreen biyyaalessaa qophii sagantichaa har’a ibsa laateera.
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu Hoteela Iskaay Laayitiitti kan…
Ityoophiyaa 4 – 0 Madagaaskar
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Madaagaaskar waliin gaggeesse 4 fi 0n injifate.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii Dubartootaa bara kanaa taphni tokko osoo hafuu injifachuu mirkaneeffate.
Garichi tapha torbee17ffaa…
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa Niyoonitti…