Ispoortii
Dorgommii Atleetiksii guddattootaa biyyaalessaa 2ffaa naannoon Oromiyaan olaantummaan xummure
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Waldorgommii Atleetiksii guddattoota Biyyaalseessa 2ffaa magaalaa Asallatti gaggeeffameen naannoon Oromiyaa sadarkaa 1ffaan xummureera.
Jilli Atileetiksii guddattoota Oromiyaa qabxii waliigalaa 642 walitti qabachuun olaantummaan goolabeera.
Jilli Atileetiksii guddattoota Oromiyaa…
Read More...
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Sabbataan magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Magaalaan Sabbataa Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar Daaritti…
Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruuf sochiin eegale- Obbo Duubee Jiloo
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruu fi ispoortichaa iddoo duraan turetti deebisuuf kan dandeessisuu sochiin eegaluu Itti aanaan Koomishinara Koomishinii Ispoortii FDRI obbo Duubee…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Walqixxee injifate
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Walqixxee goolii 2 fi 1 injifatameera.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Adaamaa Leenjisaa haraa muude
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Adaamaa Zar’aay Muluu Leenjisaa olaanaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Leenjisaan duraanii Kilabichaa Aschaalew Haylamikaa’eel kilabicha gadi dhiisuun isaa kan…
Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) -Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni Ityoophiyaa injifannoo galmeessaniiru.
Dubartootaan dorgommii meetira kuma 3 Atileet…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummuru,Jimmaa Abbaa Jifaar…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummmuru, Jimmaa Abbaa Jifaar injifatameera.
Taphni har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar…