Ispoortii
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurameera.
Taphni har’a biyyoota ramaddii ‘B’ jala jiran gidduutti Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daariitti Ityoophiyaa fi…
Read More...
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu jedhame.
Gosoota Ispoortii…
Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23…
Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa…
Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan…
Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa Roobaa cimaa roobeen adda citeera.…
Dorgommii tapha Seekaafaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Jiibuutii injifatte
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Dorgommii tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa 'Seekaafaa' umrii waggaa 23 gadii waaree booda gaggeeffameen Keeniyaan Jiibuutii 3 fi 0n injifatte.
Keeniyaan tapha hanga…