Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa injifannoo atileetota Oromiyaan xumurame

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) -Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa injifannoo naannoo Oromiyaa fi kilabii poolisii Oromiyaan xumurameera. Ka’umsi mana barumsaa Bisiraata Gabreel taasifachuun dandiiwwan gurguddaa kan haammate, dorgommiin walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa…
Read More...