Ispoortii
Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaan Ugaandaan Koongoo waliin qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaa umrii waggaa 23 gadii Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamaa jiruun Ugaandaan Koongoo waliin 0 fi 0n qixa ba'aniiru.
Tapha Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa 'seekaafaa' guyyaa 2ffaan Ugaandaa fi Koongoo gidduutti taphatame goolii malee qixaan xumuramuu ragaan…
Read More...
Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3 qixa xumurame.
Taphni baniinsaa garee…
Dorgommiin ‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu ni eegalama
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha kubbaa miilaa biyyoota Giddugaleesssa fi Baha Afrikaa‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti ni eegalama jedhame.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii magaalaa Bahaar Daar ga’e
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii dorgommii ‘Sekaafaa’ irratti hirmaatu wayita magaalaa Bahaar Daar ga’u simannaa hoo’aan taasiifameefira.
Garichi har’a…
Qabxii Gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addunyaarratti waamsiisuuf qophoofneerra – K/A Daraartuu…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Olompikii Tookiiyoorratti qabxii gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addabaabayyii Addunyaa irratti waamsiisuuf qophoofneerra jedhan Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa…
Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa gadii 23 ba’e
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii ifoomeera.
Tapha Kubbaa miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Adooleessa 10,2013 eegalee Istaadiyeemii magaalaa Bahaar…
Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idila addunyaa arrabsoo sanyummaa taphattoota…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idil addunyaa fi Muummeen Ministiraa Ingilaandi arrabsoo sanyummaa taphattoota kubbaa miilaa bifaan gurraachaa garee biyyaalessaa Ingilaand irra ga’e…