Ispoortii
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan qixa ba’an
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan goolii malee qixa ba’aniiru.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffameen Dirree Dawaan Magaalaa Adaamaa goolii 3 fi 0n…
Read More...
Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti eegalame.
Dorgommicha irratti Kilaboonni kubbaa Miilaa Bulchiinsota Magaalaa Bishaan Gurraacha, Sulultaa,…
Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan waldorgommii Ispoortii Aadaa gaggeeffamuu eegaleera.
Shaampiyoonaan wal dorgommii Ispoortii Aadaa godina Jimmaatti gosoota Ispoortii adda addaan…
Taphoota Priimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa kalessaa taphatameen Leestar Siitiin Cheelsii…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) –Taphoota Priimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa kalessaa taphatameen Leestar Siitiin Cheelsii injifate.
Piriimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa kalessaa taphoota lama keessummeesseera. Moorkiin…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaan Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan…
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii injifatan.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee…
Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’uu Komishiniin Ispoortii Ityoophiyaa beeksise.
Dhaabbanni Dizaayinii, garsaa fi tajaajila to’annoo Yoonas Abbay…
Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan sadarkaa magaalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan mata duree “nageenya biyya kiyyaaf nan dhaabbadhaa,Raayyaa Ittisa Biyyaaf dursa nan kennaa,” jedhuun qopheessummaa Koomishiinii Ispoortii Finfinneetin kutaa Magaalaa…