Ispoortii
Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa har’a waaree booda ifoome.
Haaluma kaanaa:-
Dynamo Kyiv - Club Brugge
Wolfsberger - Tottenham
Real Sociedad - Manchester United
Benfica - Arsenal
Red Star Belgrade - AC Milan
Royal Antwerp - Rangers
Braga - Roma…
Read More...
Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.
Hadiyyaa Hoosa’iinaan 2 fi 1 Walaayittaa…
Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar…
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 1ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar 4 fi 1 injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Guyyaan injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan yaadatamaa jira
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan Hooteel Sharaatan Addisitti gaggeeffamaa jira.
Guyyaa injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa…
Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) –Sirni Abaaboo kaa'uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee Mana Kiristiyaanaa qulqulluu Yooseefitti eebbifameera.
Siidaan Kumalaa Maammoo Waldee diiggame ture irra deebiin hojjetamuun…
Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa har’aa eegaleera.
Tapha Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeeffameen Dirree dawaan magaalaa sabbataa…
Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Dooktar Abiyyiif laate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif laate.
Badhaasichi hoggantoota Afrikaa guddina Ispoortii…