Ispoortii
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan 3 fi 2n injifate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan waliin tapha gaggeesseen 3 fi 2n injifateera.
Gareen kun tapha 2ffaa isaa har’a sa'aatii 11:00 irraa eegalee gita isaan Sudaan waliin taphachuu ragaan Federeeshiinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni…
Read More...
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3 fi 0n injifatameera.
Dorgommii gulaallii waancaa Bahaa fi Giddugalessa Afrikaa (CECAFA) Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa…
Preezdaantii ‘CAF’ Ahimad Ahimad dhorkamni waggaa shanii irratti darbe
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Asooseeshinii Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa ‘FIFA’n Preezdaantii Konfedereeshiinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad dhorkama waggaa shanii irratti darbarse.
Preezdaantiin ‘CAF’…
Gaardiyoolaan waggoottan dabalata lamaf Siitii waliin tureef waliigale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Leenjisaan Maanchisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan waggoottan dabalataa 2f garicha waliin tureef waliigaltee mallatteesse.
Peep Gaardiyoolaan hanga bara Faranjootaa 2023tti garicha waliin…
Leenjiisaan garee atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin boqatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Leenjiisaan garee atileetiksi Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Leenjiisaan Tafarii Makkoonnin garee atileetiksii baankii daladala Ityoophiyaa,…
Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan har’aa eegaluun ni gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan tapha har’a waaree booda Eevartanii fi Maanchiisteera Yuunaayitiid gidduutti gaggeeffamuun ni eegalama.
Har’a sa’aatii 9:30 irraa…
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi.
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti akka gaggeeffamu ibsamera.
Waldorgommichi baatii itti aanuu…