Ispoortii
Tapha Waancaa har’a Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoork gidduutti taphatamu
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan falmiin Waancaa Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoorki gidduutti taasifamu ni eegama.
Taphni kun har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Kilaboota lamaan gidduutti Magaalaa Jiinkaatti taphatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Read More...
Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate.
Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii waggaa 28 kana Paawudii miiliyoona 65.5n…
Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikitti makamuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Jifataan Liiverpuul Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikiif makamuuf waliigalteerra gahe.
Dargaggoon umrii waggaa 28 Liwiis Diyaaz Yuuroo miiliyoona 75' gara Baayerni Muunikitti makamuuf waliigaluu eerame.…
Dambi Doolloon tapha nuusa xumuraaf darbe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Itiyoophiyaan Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Araadaa injifachuun nuusa xumuraaf darbe.
Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Araadaa injifachuun kilaba naannoo…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa Umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaa Abuukuutaatti gaggeeffame irratti hirmaateef Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu…
Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Maanchiister Yuunaayitiidiif malatteesse.
Lammiin Kaameeruun Jifatan Bireentifoordi Biriiyaan Mibeemoon Paawundii miiliyyona 65 fi ilaallamee kan kaffalamu…
Liiverpuul Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Liiverpuul Jifataa Intiraakti Firaankifarti Hugoo Ekiitikeen mallatteessifachuuf waliigale.
Liiverpuul jijjiirraa kanaaf Paawundii miiliyoona 79 kan baasu yoo ta’u, miiliyoona 69 dursaa fi miiliyoona…