Ispoortii
Obbo Dammaqaan Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa Musxafaa Beeraaf waliin mari’ataniiru.
Musxafaa Beeraaf yaa’ii waliigalaa Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa Dilbata dhufu Finfinneetti…
Read More...
Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti ni…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Ispoortii Olompikii Afrikaa olaantummaan kan hogganu Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waliigalaa waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti ni gaggeessa.
Yaa’ii waggaa Waldaa koreewwan…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Maanchiisteer Yuunaayitiid PSGn…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Juuvaantus, Cheelsii fi Baarseeloonaan yoo injifatan, Maanchiisteer Yuunaayitiid injifatameera.
Taphoota Shaampiyoons Liigii…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaan galgala kana Maanchiisteer Yuunaayitiid PSG ni…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa galgala kana itti fufuun yoo taphatamu, Maanchiisteer Yuunaayitiid PSG, Seeviillaan Cheelsii waliin ni falmatu.
Shaampiyoons liigichaan galgala kana…
Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqate
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Taphaataa Arjantiinaa fi leenjisaa garechaa kan ture Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqateera.
Maradonaan dhibee onnee tasaan manasaa keessatti lubbuunsaa darbeera.
Seenaa kubbaa miilaa…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Liivar Puul Atlaantaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaan eda galgala taphoonni 8 taphatamaniiru.
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffamiin Inter Miilaan Riyaal Maadridiin 0 fi 2n…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan 3 fi 2n injifate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan waliin tapha gaggeesseen 3 fi 2n injifateera.
Gareen kun tapha 2ffaa isaa har’a sa'aatii 11:00…