Ispoortii
Loozaa Abarraa taphattuu cimtuu liigii dubratoota Maaltaa ta’uun badhaafamte
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Waldaan Taphattoota kubbaa miilaa Maaltaa Loozaa Abarraa taphattuu cimtuu liigii dubartoota Maaltaa bara kana jechuun badhaaseera.
Taphattuun sarara fuulduraa duraanii kilaba bulchiinsa magaalaa Adaamaa Loozaa Abarraa ga’umsa bara kana Liigii Maaltaa keessatti mul’isteen taphattuu cimtuu jedhamuun…
Read More...
Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu yoo ta’u,Kiristaanoo Roonaaldoon ammoo 2ffaa ta’uu ibsame.
Akka ragaan barruun Foorbis jedhamu baase agarsiisuutti taphataan…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand eda galgalaan Cheelsiin fi Woolviis dirraan ala milkaa’an
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee jalqabaa eda galgalaan Cheelsiin Braayitan, Woolviis Sheefiild Yuunaayiitiid injifatan.
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 202-2021 torbeen…
Atleetota dorgommiiwwan idil addunyaarratti hirmaataniif qorannaan dooppiingii eegale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Atleetota dorgommiiwwan idil addunyaarratti hirmaataniif qorannaan dooppiingii gaggeeffamuu eegaleera.
Waajjirri Farra Si'eessituu Biyyoolessaa Ityoophiyaa, Yuuniitii Intagriitii Atleetiksii…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbeen jalqabaa galgala kana itti fufuun ni taphamu
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee jalqabaan galgala kana Cheelsiin Braayitan, Sheefiild Yuunaayiitiid Woolviis waliin ni falmatu.
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 202-2021…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbeen jalqabaa Sanbataa fi Dilbata…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbee jalqaban Liivar Puul, Arsenaal, Evartani fi Leesiister yoo milkaa’an, Tootanihaam injifatame.
Tapha torbee jalqabaa Sanbata Liivar…
Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa eda galgalaan Faransaayii fi Beeljiyeem markattoota isaanii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa sagal eda galgala taphatamaniin Faransaayii fi Beeljiyeem milkaa’aniiru.
Taphoota neeshin liigii Awrooppaa eda galgala taphataman sagal keessa taphoonn 7 injifannoo yoo…