Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeesse

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Leenjisaa isaa Firaank Laampaard gaggeessuu ibsame. Taphataa cimaa kilabicha kan turan Firaank Laampaard bara Faranjootaa 2019 eegaluun kilabicha leenjisummaan dursaa turaniiru. Kilabichi ibsa har’a baaseen murtoon kun murtoo ulfaataa haala salphaan…
Read More...