Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan qixa yoo ba’u, Bahaar Daar injifatame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan Buna Sidaamaa waliin qixa yoo ba’u, Bahaa Daar Walqixxeen injifatameera.
Taphoota priimeyar liigichaa torbee 4ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggaaffameen Walqixeen Bahaar Daar 1 fi 0 injifateera.
Taphni…
Read More...
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Dirree Dawaan injifatameera.
Taphoota priimeyar liigichaa torbee 4ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa…
Dhaabbanni tajaajilaa geejjibaa hojjettoota Paablik Sarvisii hojjettoota isaaf Jiminaazyeemii…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Dhaabbilee mootummaa fi dhuunfa hojjettootarra saxilamummaa dhukkuboota daddarboo taanee hir’isuuf naannoo mijataa fi gaarii uumuu qabu jedhameera.
Dhaabbanni tajaajilaa geejjibaa hojjettoota Paablik…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Bahaar Daariin injifatame
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Adaamaan Bahaar Daariin injifatameera.
Bahaar Daar 2 - 0 Adaamaa
…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Faasiliin injifatameera.
Tapha har’a Istaadiyeemii…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Qidduus Giyoorgis magaalaa Hawaasaa…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Hawaasaa 4 fi 1 injifateera.
Tapha boqonnaa duraan Roobii Nigalaandee…
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti murtoon adabbii darbe
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Atleetoota seera farra si'eessituu Ispoortii darban irratti murtoon adabbii darbuu ibsame.
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti murtoon adabbii darbuu Waajjirri Farra Si’eessituu…