Ispoortii
Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera.
Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo hawaasummaa, misooma biyyaalessaa, fayyummaa qaamaa fi lammii oomishaa horachuuf murteessaa ta’uu baniinsa sirnichaa irratti haasawa kan taasisan koomiishinarri…
Read More...
Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 26ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 26ffaan Bitootessa 6-21,2012tti magaalaa Sabbataatti ni gaggeeffama.
Shaampiyoonaa kanaaf qophiin barbaachisu xumuramuu ibsameera.
Tapha kana irraatti…
Atleet Abbaadii Haddiis boqate
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Atleet Abbaadii Haddiis boqate.
Atleet Abbaadii Haddiis Ityoophiyaan fiigicha gabaabaa fi dheeradhaan beekamtii akka argattu ga'eesaa ba'ateera.
Abbaadiin reefu umriin isaa…
Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera.
Bakka isaanii itti aanaa leenjisaa kan turen Fissahaa…
Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa'aniiru.
Faasiil, Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin taphatee 1f 0dhaan injifateera.
Magaalaan Sabbataa ammoo…
Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Preezdaantiin Waldaa Kubbaa Miillaa Addunyaa(FIFA) Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan.
Preezdaantichi taphni waancaa Afrikaa…
Waldorgommiin walakkaa maraatoonii 21ffaa Bishooftuutti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waldorgommii walakkaa maraatoonii 21ffaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffameen Atleet Taammiraat Tolaan injifate.
Kaayyoon waldorgommichaa naannolee fi bulchiinsoota magaalaaf, kilabootaa fi dhaabbileef…