Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Aadde Adaanach Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame ibsaniiru. Lammiileen Itoophiyaa hundi gareen Waaliyaa waggaa saddeetiin booda dorgommii Waancaa Afrikaatiif darbuu isaanitiin baga gammanne…
Read More...