Ispoortii
Waldorgommiin fiigichaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gageeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Waldorgommiin fiigichaa Soofii Maaltii bara kanaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gaggeeffameera.
Waldorgommiichi kiiloomeetira 5 kan haguugee yoo ta’u, yeroo 18ffaaf gaggeeffameera.
Weerara vaayrasii koroonaa ilaalcha keessa galchuun tarkanfiin of eggannoo barbaachisan kan itti fudhatame ta’uun…
Read More...
Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan eegalera
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan magaalaa Baatuutti eegalera.
Shaampiyoonaa kanarratti Ispoorteessitoonni 1500 ol ta'an kan hirmaataan ta'uu himameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii…
Dooktar Abiy garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru.
Garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha gulaallii…
Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ejansiin Barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa beeksiise.
Dorgommiin fi agarsiifni Teeknooloojii, kalaqaa fi…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mata duree ‘addunyaa Ispoortii Yuunvarsiitii jijjiiruu’ jedhuun Yaa’iin…
Komooroos yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Komooroos seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte.
Komoroos biyya ummata kuma dhibba 9 gadi qabdu yoo taatu yeroo jalqabaaf Waancaa Kubbaa Miilaa Afrikaaf darbuu ishee…
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu ni gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Saganticha ilaalchisee koreen biyyaalessaa qophii sagantichaa har’a ibsa laateera.
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu Hoteela Iskaay Laayitiitti kan…