Ispoortii
Ityoophiyaa 4 – 0 Madagaaskar
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Madaagaaskar waliin gaggeesse 4 fi 0n injifate.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Maadagaaskaarii waliin taphateen goolii 4 fi 0n…
Read More...
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Priimeyar Liigii Dubartootaa bara kanaa taphni tokko osoo hafuu injifachuu mirkaneeffate.
Garichi tapha torbee17ffaa…
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa Niyoonitti…
Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Kilaboota 8 kan hirmaachisu Carraan rammaddii nuusa xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Sagantaa carraa baasuu har’a sa’aatii 8:00 irraa eegalee Siwiizarlaand magaalaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa Maalaawwii waliin gaggeesse 4 fi 0n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Ispoortii Oromiyaa beeksiise.
Waldorgommii guyyoota 6f turu kanarratti…
Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan boqatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) –Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan addunyaa kanarraa du'aan boqatan.
Ispoortii Bishaan Daakuu Ityoophiyaa keessatti Abbaa murteessummaa fi leenjisaa ta'uun yeroo…