Ispoortii
Baarseloonaan Eernastoo Vaalveerdee gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa Baarseloonaa leenjisaa Eernastoo Vaalveerdee gaggeessuun, Kiikee Seetiinii mindeessuusaa beeksise.
Eernastoo Vaalveerdee garicha waliin yeroo lamaaf walitti aansuun waancaa Laaliigaa fudhataniiru.
Yaa ta’uutii gareen Kaataalaanii bara leenjisaa kanaa tapha amansiisaa ta’e agarsiisaa…
Read More...
Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru.
Fiigicha Walakkaa maaraatoonii Neezarlaanditti…
Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi taphattuun sarara fuulduraa garee dubartoota…
Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa har'a ifoomera.
"Tokkummaan nageenya lammiileef’ mata duree jedhuun guyyaa har’aa Hooteela Iskaay Laayititti…
Jimmaa Abbaa Jifaar imala moo’annaa isaa itti fufee jira
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 7ffaan guyyaa har’aa magaaloota garaagaraatti gaggeeffameera.
Taphoota har’a gaggeeffameen:- Jimmaa Abbaa Jifaar Magaalaa Walqixxee 1-0n Yuunvarsiitiin…
Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa waggaa kanaa ta’e
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Lammiin Seeneegaalii fi taphataan sarara fuulduraa Liivarpool Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta’e.
Sayidoo Maaneen Mahaammad Saalaahi fi Riiyaad Maahireez caaluun taphata cimaa bara…
Atleettoonni Ityoophiyaa qabxii boonsaa galmeessan
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii…