Ispoortii
Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame.
Tapha priimiyar liigii marsaa 6ffaa har’a taphatameen Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n, Faasiil Bahaar Daar 3-0n, Dirree daawwaan Buna Sidaamaa 2-1n yoo…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame.
Shaampiyoonnicha Oromiyaan koorniyaa lamaaniinuu qabxii walii galan…
Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte.
Waldichi leenjistota olaanaa fi gargaartota isaanii kan garee biyyoolessaa dhiirotaa fi…
Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama.
Taphoota shan taphachuun priimiyar liigichaan sadarkaa 5ffaa irratti kan argamu…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa boru xumura ni argata
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa oolmaa isaa guyyaa 5ffaan har’a dorgommiiwwan 8 xumura argataniiru.
Dorgommii guddattoota umurii 16 fi 18 gadii koorniyaa lamaaniinuu gaggeeffameen…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota isaa galateeffate
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota yeroo dheereef tajaajilan galateeffate.
Federeeshinichi hojjettoota isaa bara dheeraaf mana hojichaa tajaajilan 6 sirna galateeffanna guyyaa har’aa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa guyyaa har’as itti fufee jira
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisa Asallaatti gaggeeffamaa jiru guyyaa har’as itti fufee jira
Oolmaa guyyaa 4ffaa Shaampiyoonichaan gosti dorgommii 6 xumura kan…