Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifatan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru. Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan guyyaa har’aa Naannoo Sidaamaatti kan geggeeffame yoo ta’u, dubartootaan Atileet Masarat Gabree Naannoo Oromiyaarraa yoo injifattu, dhiirotaan…
Read More...