Ispoortii
Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018(FMC) – Dorgommiin Aartii Sarkasii Oromiyaa marsaa 1ffaa magaalaa Adaamaatti eegaleera.
Wal ta’iinsa biiroo aadaafi Tuurizimii Oromiyaafi Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaatiin kan qophaa'e dorgommiin aartii Sarkasii Oromiyaa 1ffaan kun mata duree “Aartii Sarkasii milkaa’inaan Haaromsa Aadaaf” jedhuun…
Read More...
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaatti guyyaa har'aa gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii kana irratti Atileetonni kumni 1 ol naannolee 9,…
Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera.
Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
#Oromia #Ethiopia
Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ni danda’us – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abbeebbee, har’a ganama fiigicha daandii irraa kiiloomeetira 5 dubartoonni 16,000 irratti hirmaatan eegalchiisaniiru.
Kantiibittiin yeroo kanatti akka…
Maanchister Siitii moo Arsienaal? Tapha Xumuraa Hawwiin Eegamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Kaaraabaa'oo Ingilaand galgala har’aa Istaadiyeemii Weembileetti Maanchister Siitii fi Arsinaal gidduutti ni taphatama.
Kilabootni lamaan waancaa jalqabaabara dorgommiichaa…
Biraayitan 2 – 1 Liiverpuul
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 31ffaa har'a taphatameen Biraayitan Liiverpuul injifate.
Biraayitan galchii 2 f 1'n Liiverpuul injifateera.
Daanii Weelbeek galchiiwwan laman Biraayitan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Bitootessa 15 – 20, 2018 gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Bitootessa 15 - 20, 2018 Istaadiyeemii Aday Ababaatti gaggeeffama jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.
Shaampiyoonichi yeroo jalqabaaf…