Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Jooyint Istaar goolii 10 fi 0n injifate

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa dubartootaa kilaboota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Kilaba Kubbaa Miilaa Sudaan Kibbaa 'Jooyint Istaar' goolii 10 fi 0n injifateera. Taphicharratti Loozaa Abarraa goolii 6…
Read More...