Ispoortii
Maanchuriyaan Darbii 195ffaa
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan kilaboonni masaanuun magaalaa Maanchisteer, Siitiifi Yuunayitid har'a yeroo 195ffaaf morkiin taasisan ni eegama.
Kilaboonni lamaan yeroo jalqabaaf bara 1881 morkii eegalan.
Tapha Maanchuriyaan darbiin yeroo 194 wal-arguun Maanchisteer Yuunayitid yeroo 79, Maanchisteer…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 16ffaan Niwuukaasiilii fi Ipisiwiich morkattoota isaanii yoo injifatan, dursaan liigichaa Liiverpuul Fuulhaam waliin, Arsenaal ammoo Eevartan waliin qixa bahaniiru.…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan taphni Maanchuwaal darbii hawwiin eegama
Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’uu, Arsenaal - Eevartan, Liiverpuul – Fuulhaam,…
Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa waliin taasisan hawwii olaanaan eegama.
Galgala…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera.
Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa injifachuun ramaddicha dursuu caalmatti…
Walaayittaa Diichaa 2 – 2 Adaamaa
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan torbee 11ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaa waliin galchii 2 baheera.
Sintaayyoohu Mangistuu fi Nabiil Nuuriin Adaamaaf galchii tokko tokko yoo lakkoofsisan, Kaarloos Daamxoo…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 8ffaan Magaalaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee gaggeeffameen Kilabni Magaalaa…