Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa 2019 ifoome

Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) –Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ifoome. Preezdaantiin Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa atleetota badhaasa atleetii cimaa fi cimtuu bara Faranjootaa 2019 moo’atan kaleessa ifoomsaniiru. Haaluma kanaan dubartiidhan Gudaaf Tsaggaay, dhiiran ammoo Lammeechaa Girmaan atleetota…
Read More...