Ispoortii
Fiigichi xumuraa umrii waggaa 18 fi 20 gadii dorgomame
Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii wagga 18 fi 20 gadii magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har’a dorgomameera.
Fageenya kanaan Atileet Gammannee Maammitee Magaalaa Shaggar irraa 1ffaa yoo baatu, Atileet Maastawaal…
Read More...
Liiverpuul deeggartoota waliin injifannoo isaa kabajaa jira
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Liiverpuul injifannoo Piriimeer Liigii bara 2024/25 deeggartoota isaa waliin kabajaa jira.
Daandiwwanirra naanna'uu waancaa Piriimeer Liigii yeroo 20ffaaf fudhate kabajuurratti argama.
Waggaa shan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa waggaa 18 fi 20 gadii eegalame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 4ffaan waggaa 18 gadii fi 13ffaan waggaa 20 gadii Magaalaa Dirre Dhawaatti eegalameera.
Atileetoonni naannolee 8, bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Dirre Dhawaa,…
Cheelsii, Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2024/25 har'a xumura argateera.
Hanga torbee 38ffaatti hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awuroophaa argachuuf kilaboonni 4 morkachaa kan turan yoo ta'u,…
Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’e
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Lammiin Ispeen taphataan duraanii Maadriid Zyaavii Aloonsoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta'uun mudamuu ibsameera.
Zyaavii Aloonsoon hanga bara Faranjootaa 2028tiitti leenjisaa Riyaal Maadriid ta'ee…
Fiigicha Kiiloomeetira 12’n Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Fiigicha Kiiloomeetira 12'n Itiyoophiyaa haa barruu 4ffaa har'a magaalaa Boqojjiitti fiigame Atileet Masarat Xaafaa fi Siyyuum Dirribaan injifataniiru.
Ministira MinisteeraTuurizimii Salamaawiit Kaasaa…
Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa Piriimeer Liigii Inigilaandi baranaa ta’uun filatame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Taphataan sarara gidduu Liivarpuul Giraavanbarch taphataa dargaggeessa cimaa bara dorgommii Piriimeer Liigii Inigilaandi 2024/25 ta’uun filatame.
Dargaggeessa umrii waggaa 23 kan ta’e Giraavanbarch,…