Ispoortii
Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaan Beeniin yeroo jalqabaaf Waancaa Addunyaaf darbuuf falmiin har’a Naayijeeriyaa waliin taasiftu xiyyeeffannoo argateera.
Biyyi Xiqqoon Afrikaa Keeppi Verdeen waancaa addunyaa bara 2026’f darbuun seenaa galmeessuun ni yaadatrama.
Beeniin, Afrikaa Kibbaa fi Naayijeeriyaan…
Read More...
Qiddus Giyoorgis shaampiyoonaa Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee ta’e
Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) - Siitii Kaappii magaalaa Finfinnee 19ffaa "Waancaa Haaromsaa" Qiddus Giyoorgis Machaaliin 2fi 1n injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
Machaal Bunni Itiyoophiyaa fi Itiyoo Elektirik sadarkaa 2ffaa…
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa ni taphata
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har'a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har'a halkan sa'aatii 4:00 eegalee morkiin…
Tapha gulaallii xumuraa Waancaa addunyaa biyyoota Afrikaa…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon waloon qopheessaniif biyyoonni Afrikaa tapha gulaallii ramaddii xumuraa boruu eegaluun taphatu.
Biyyoonni Kaaba Afrikaa Ijipti, Moorookoo,…
Qidduus Giyoorgis xumuraaf darbe
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Tapha Waancaa Magaalaa Finfinnee 19ffaa (waancaa Haaromsaa)'n Qidduus Giyoorgis Buna Itiyoophiyaa injifachuun tapha xumuraaf darbeera.
Qidduus Giyoorgis galchii 3 fi 2'n Buna Itiyoophiyaa injifateera.…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Giinii Bisaaw
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 9ffaan Itiyoophiyaa fi Giinii Bisaaw gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0'n Giinii Bisaaw injifachuun qabxii…
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Giinii Bisaw waliin taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa gita isaa Giinii Bisaw waliin taphata.
Waaliyaawwan taphichaaf Ruwaandaa magaalaa Kiigaaliitti shaakala taasisaa kan turan…