Ispoortii
Gabaan Roobii Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa Gabaa Roobii fi Shanoo gidduutti taphatame olaantummaa Gabaa Roobiin xumurame.
Shaampiyoonaan Kilaboota Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2017 Magaalaa Yaabellootti dorgomamaa ture Bakka Bu'aa Godina Qeellam Wallagaa kan ta'e Gabaa Roobii, kan Shawaa…
Read More...
Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kaaraatee Itiyoophiyaafi Federeeshiniin Kaaraatee Afrikaa Kibbaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Pireezidaantiin Federeeshinii Kaaraatee Itiyoophiyaa Muluneeh…
Tapha Waancaa har’a Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoork gidduutti taphatamu
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan falmiin Waancaa Dambi Doolloo fi Koonsoo Niwuu Yoorki gidduutti taasifamu ni eegama.
Taphni kun har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee…
Luwiis Diyaaz Baayermuunikiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Baayermuunik jifataa sarara cinaa Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessifate.
Kilabiin Jarman Baayermuunik taphataa sarara cinaa Liivarpuul kan umrii waggaa 28 kana Paawudii miiliyoona 65.5n…
Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikitti makamuuf waliigale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Jifataan Liiverpuul Luwiis Diyaaz Baayerni Muunikiif makamuuf waliigalteerra gahe.
Dargaggoon umrii waggaa 28 Liwiis Diyaaz Yuuroo miiliyoona 75' gara Baayerni Muunikitti makamuuf waliigaluu eerame.…
Dambi Doolloon tapha nuusa xumuraaf darbe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Itiyoophiyaan Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Araadaa injifachuun nuusa xumuraaf darbe.
Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Araadaa injifachuun kilaba naannoo…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetikisii Afrikaa Umrii waggaa 18 fi 20 gadii Naayijeeriyaa Abuukuutaatti gaggeeffame irratti hirmaateef Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu…