Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Astooni Viilaan – Fuulhaama waliin taphata.
Galgala sa’aatii 12:30 jalqabee falmiin Niwuukaasiilii fi Arsenaal gidduutti godhamu xiyyeeffannoo argateera.…
Read More...
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan..
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister Yuunaayitiid ni keessummeessa.
Sa’aatii 11:00…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa galmaa’eef dhiifama gaafate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti galmaa’eef dhiifama gaafate.
Pirezidaantiin Federeeshinichaa Koomaandar Atileet Silashii…
Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 har’a gaggeeffameera.
Haaluma kanaan taphni torbee jalqabaa darbii Magaalaa Finfinnee Buna Itiyoophiyaa fi Qidduus Giyoorgis walitti…
Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa 2ffaan Onkololeessa dhufu keessa Finfinneetti gaggeeffama jedhe Koreen Olompikii Itiyoophiyaa.
Dorgommichi guddattoota umrii waggaa 14 – 17 keessa jiran kan…
Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera.
Taphatichi tapha Piriimer liigii Ingiliz torbee 5ffaan dilbata darbe…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee galeera.
Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa…