Ispoortii
Itiyoophiyaa 1 – 1 Keeniyaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadi gita isaa Keeniyaa waliin qixa bahe.
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii marsaa 2ffaa tapha jalqabaa har'a Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa…
Read More...
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa meedaaliyaa warqee malee xumurte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame meedaaliyaa warqee tokkooyuu osoo hin argatin xumurte.
Fiigicha meetira kuma 5 har'a Atileetoota dhiiraa…
Taphni har’a Arsenaali fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 5ffaan taphni har’a Arsenaal Maanchiister Siitiin waliin taphatu hawwiin eegama.
Har’a waaree boodaa sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Boornimaawuuz – Niwuukaasiil,…
Shaampiyoonaa Atileetiksiin Dorgommiin Fiigicha Meetira Kuma 5 Dhiirootaan har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaa guyyaa xumuraan har’a dorgommiin fiigicha meetira kuma 5 dhiirootaan ni gaggeeffama.
Dorgommichi guyyaa sa’aatii…
Dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa injifatan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun dorgommii fiigicha meetira kuma 5 dubartootaan atileetonni Keeniyaa meedaaliyaa warqee fi meetii…
Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 Atileetonni Itiyoophiyaa 2 xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira kuma 5’n Hagos Gabrahiwatii fi Biiniyaam Mahaariin xumuraaf darban.
Atileet Kumaa Girmaan osoo hin milkaa’in hafeera.
Gulaallii…
Fiigicha gulaallii meetira 800’n Atileet Tsiggee Dhugumaa fi Warqinesh Massaleen walakkaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira 800 dubartoota gidduutti fiigameen atileeti Tsiggee Dhugumaa fi Warqinash Massaleen walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Atileet…