Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale

Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee galeera. Jilichi Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Boolee wayita gahu Ministira Ministeera Aadaafi Ispoortii Shawiit Shaankaa fi Pirezidaantii Koree Olompiikii…
Read More...

Itiyoophiyaa 1 – 1 Keeniyaa

Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadi gita isaa Keeniyaa waliin qixa bahe. Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii marsaa 2ffaa tapha…