Ispoortii
Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 atileetonni Itiyoophiyaa 3 xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha gulaallii meetira kuma 5 dubartoota gidduutti fiigameen atileetonni Itiyoophiyaa 3 xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan Atileet Gudaaf Tsaggaayii, Faantayee Balaayinaa, fi Madinaa Issaan marsaa xumuraaf darbaniiru.
Birqee Hayyaloom 9ffaa bahuun osoo hin…
Read More...
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun har’a fiigichi gulaallii Atileetonni Itiyoophiyaa itti hirmaatan ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan fiigichi gulaallii…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’as itti fufuun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Maanchiister Siitiin - Naappoolii fi Niwuukaasiil ammoo Baarseloonaa waliin taphatan ni eegamu.
Maanchiister Siitiin har’a halkan sa’aatii 4:00…
Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 ‘n Meedaaliyaa Nahasaa argatte
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan meedaaliyaa Nahasaa argatteetti.
Dorgommii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan…
Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan fiigicha meetira kuma 1 fi 500'n Atileet Fireewayinii Hayiluun meedaaliyaa ala taate.
Atileet Fireewayiniin sadarkaa 6ffaan xumurte.
Atileetonni Keeniyaa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a eegalamu
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2025/26 har’a eegalamu.
Taphoota bara kanaarratti kilaboonni 36 ni hirmaatu.
Piriimeer Liigiin Ingiliiz kilaboota 6 hirmaachisa.
Taphoonni bara kanaa…
Atileet Joorji Beemiish fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 injifate
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Addunyaa 20ffaan fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 har’a Tookiyootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoohiyaa hin milkoofne.
Atileet Saamu’eel Fireew sadarkaa 4ffaa, Lammeechaa Girmaan…