Ispoortii
Dambi Doolloo 1- 0 Gincii
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaan Dambi Doolloon Giincii injifate.
Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Giincii injifachuun qabxii isaa 24'n ga'ateera.
Dambi Doolloon gabatee Sadarkaa yeroo torbee 16ffaan sadarkaa 4ffaa qabateera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Shaampiyoon shippii kilaboota Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) –Shaampiyoon shippii kilaboota Ingilaandi torbee 44ffaan har'a taphoonni murteessoon kilaboota ol guddachuu danda'an adda baasan ni taphatamu.
Kilabootni 24 irratti hirmaachaa kan jiran shaampiyoon shippii…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Galaan Gimbii injifate
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaa har’a waaree dura sa’aatii 4:00 irraa eegalee taphatameen Galaan Gimbii injifateera.
Kutaan Magaalaa Galaan galchii 4 fi 0n Magaalaa Gimbii injifateera.…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan injifatame
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaa har’a taphatameen Adaamaan Machaaliin injifatameera.
Tapha har’a waaree dura sa’aati 3:30 eegalee taphatameen Machaal galchii 2 fi 0n Kilaba Bulchiinsa…
Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Tapha Piriimar Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Bunni Sidaamaa Buna Itiyoophiyaa goolii 1 fi 0 injifate.
Tapha sa’aatii 9:00 irratti istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti taphatameen Bunni Sidaamaa…
Piriimar Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Tapaha Piriimar Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa’aatii 10:00 irratti istaadiyeemii Kiraavaankooteej irratti Fuulhaam Cheelsii waliin, Poortmaan Rood…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Gullisoon Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo magaalaa Gimbii injifachuun liigicha dursuu eegaleera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii 5:00 eegalee…