Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Erling Haalaand tapha Liigii biyyaalessa irratti taphataa biyya isaaf galchii hedduu galche ta’uun rikaardii qabate

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) –Taphataan umurii waggaa 24 Erling Haalaand tapha Liigii biyyaalessa irratti taphataa biyya isaaf galchii hedduu galche ta'uun rikaardii qabate. Taphataan sarara fuulduraa Maanchiister Siitii Haalaand tapha Liigii biyyaalessa Noorweey Islooveeniyaa 3 fi 0 injifatte irratti umurii isaa waggaa 24tti rikoordii…
Read More...