Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandi taphni har’a Maanchiister Yuunaayiitiidii fi Tootenhaam gidduutti taphamu ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 6ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayiitiidii fi Tootenhaam gidduutti taphamu ni eegama.
Piriimeer liigichaan har'a taphoonni lama kan taphataman yoo ta'u, taphni Maanchiister Yuunaayiitiidii fi Tootenhaam waliin taphatu xiyyeeffannoo argateera.
Har'a waaree booda…
Read More...
Maanchister Sitii fi Niwukaastil Yuunaayited qabxii qooddatan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 6ffaan Maanchister Sitii Fi Niwukaastil qixa gaalabaniiru.
Tapha kilaboota lameen gidduutti gaggeeffameen 1 fi 1’n qixaan xumurameera.
Qabxicha hordofees Maanchister…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi har’a gaggeeffamu
Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)- Taphoonni Priimeer Liigii Ingilaandi torbee 6ffaan har’a ni gaggeeffamu.
Har’a Sa’aatii 8:30 irraa eegale taphni Niwuukaastiil Yuunaayitiid Maanchiister Siitii waliin taphatamu ni eeggama.
Sa’aatii…
Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Madin Itiyoophiyaa fi Aarbaa Minci qixa xumuran
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaa har’a taphatameen Madin Itiyoophiyaa fi Aarbaa Minci galchii malee qixa xumuraniiru.
Taphni har’a waree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Kilaba…
Raafaayeel Vaaraan kubbaa dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Taphataan sarara Ittisaa Riyaal Maadridii fi Maanchister Yuunaayitiid duraanii Raafaayeel Vaaraan tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise.
Vaaraan ganna darbe Maanchister Yuunaayitiidirraa gara Kilaba…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan injifatame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee jalqabaa har'a taphatameen Adaamaan Sihuul Shireen injifatameera.
Tapha har'a sa'aatii 10:00 jalqabee Istaadiyeemii Dirre Dhawaatti taphatameen…
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii shaampiyoonaa waancaa…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii yeroo 3ffaaf shaampiyoonaa waancaa addunyaa ta’e.
Garichi yeroo 3ffaaf shaampiyoonaa ta’uun seenaa Ameerikaa fi…