Ispoortii
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Liiverpuul Riyaal Maadriid, Astoon Viilaan Juuveentus keessummeessan ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har'a itti fufee kan taphatamu yoo ta'u, taphni Liiverpuul Riyaal Maadriid, Astoon Viilaan Juuveentus keessummeessan akkaan eegama.
Taphoota halkan edaa taphatameen Arsenaal, Baarseloonaafi Baayer Muuniik morkattoota isaanii…
Read More...
Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Feestivaal Ispoortii Humnoota Waraanaa Afrikaa Naayijeeriyaa Magaalaa Abuujatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Bizunesh Taaddasaan meedaaliyaa Warqee injfatte.
Feestivaala Ispoortii Humnoota Waraanaa…
Yaa’iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar 2ffaan Gaggeeffamaa jira.
Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa, Pireezidaantiin Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaan…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni Baayerni Muunik – PSG fi Arsenaal – Ispootiingi…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Taphoonni ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegalee ni taphatamu.
Har’a taphoonni 9 kan taphataman yoo ta’uu galgala sa’aatii 2:45 irraa eegalee Isloovaan Biraatislaavaan…
Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf meedaaliyaa Warqee argamsiiste
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ajaajaa Shantamaa Atileet Yewarqiwuhaa Geetaachoon Raayyaa Ittisa Biyyaaf Meedaaliyaa Warqee argamsiistetti.
Naayijeeriyaa Magaalaa Abujaatti gaggeeffanaa kan jiru Feestivaala Ispoortii Humnoota Waraanaa…
Liiverpuul Saawuzhaampitaniin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Pirmiyeeliigii Ingiliz torbee 12ffaa har’a gaggeeffameen Liivarpuul Saawuzhaampitaniin 3 fi 2’n injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Haaluma kanaan Liiverpuul liigicha keessaa qabxii 31’n kan…
Liivarpuul Saawuzhampitan waliin Maanchister Yuunaayitid Ippiswiich waliin ni morkatu
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Tapha Piriimiyerliigii Ingiliz torbee 12ffaa sagantaa har’aan Liivarpuul Saawuzhampitan waliin Maanchister Yuunaayitid ammoo Ippiswiich Taawon waliin ni morkatu.
Dursaan liigichaa Liivarpuul sa’aatii…