Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Joordaan Hendarsan Bireentifoorditti makame

Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Dursaa Garee taphattoota Liiverpuul kan ture Joordaan Hendarsan jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makame. Taphataan sarara gidduu lammiin Ingiliiz Joordaan Hendarsan Ayaaks Ambastardaamiin erga adda bahe jijjiirraa bilisaan Bireentifoorditti makameera. Hendarsan turtii waggoota 12 Liiverpuul keessa…
Read More...

Gincii 1 – 0 Haraa

Finfinnee,  Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin  Magaalaa Haraa injifate. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gincii galchii…