Ispoortii
Morkiin Arsenaalii fi Liiverpuul har’aa ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan har’a taphoonni afur ni gaggeeffamu.
Har’a sa’aatii 11:00 irraa eegaluun Kiristaal Paalaas Totenhaam Hotisper waliin, Cheelsiin Niwukaasil waliin, akkasumaas Westihaam Maanchistar Yuunaayitid waliin kan morkatan ta’uu sagantaa ba’e ni mul’isa.
Galgala sa’aatii 1:30…
Read More...
Atileet Yoomiif Qajeelchaan Rikardii Haaraa galmeesse
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Atileet Yoomiif Qajeelchaan rikardii haaraa Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Addunyaa galmeesse.
Atileet Yoomiif dorgommii Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaa Meediyaatti gaggeeffamerratti daqiiqaa…
Falmiin Eelkilaasikoo har’a halkan gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Falmii jabaan Addunyaa Riyaal Maadridii fi Baarseloonaa walitti fidu Eelkilaasikoon har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffama.
Ga'umsi kilaboonni lamaan yeroo ammaa irratti argaman…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har'a taphataneen Adaamaan galchii 2 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegalee taphatameen Nabiil…
Leenjisaa Asiraat Hayileen du’aan addunyaa kanarraa boqotan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Seenaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban taphataa fi leenjisaan duraanii garee biyyaaleessa Itiyoophiyaa Asiraat Hayileen du'aan addunyaa kanarra boqotaniiru.
Dhibee…
Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 9ffaan taphni Arsenaal Liivarpuul,Cheelsiin ammoo Niwuukaasiil…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Leesister Siitiin Nootiingihaam Foresti waliin taphatuun eegalama.
Boru waaree booda sa’aatii…
Atileet Madiinaa Iisaan Rikardii fiigicha meetira kuma 5’n galmeessite ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota umrii 20 gadiin Rikardiin Atileetii Itiyoophiyaa Madiinaa Iisaan galmaa’e ragga’e.
Baatii darbee Beeljiyam Biraasalsitti dorgommii fiigichaa gaggeeffameen Atileet…