Ispoortii
Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 23’f waamicha taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Masaay Tafariin Gulaallii Waancaa Biyyoota Afrikaa Onkoloolessa 21 fi 24, 2017 Itiyoophiyaan Ertiraa waliin taphattuuf taphattoota 23'f waamicha taasisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Chaaniif Ertiraa waliin taphatti
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa biyyoota Afrikaaf Ertiraa waliin taphatti.
Itiyoophiyaan tapha gulaallii dhaqaa gala Sudaan Kibbaa Magaalaa Juubaatti Ertiraa waliin kan taphattu ta’uu ragaan…
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaa guyyaa 2ffaan taphni har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baarseloonaan Baayern Muunik waliin taasiisuu hawwiin eegama.
Galgala sa’aatii…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa torbee 3ffaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa torbee 3ffaan har’a galgala ni gaggeeffamu.
Tapha kanaan Riyaal Maadiyriid Doortimandi waliin morkiin taasisu kan eegamuudha.
Galgala sa’aatii 1:45 irraa…
Yaa’iin Waliigalaa CAF 46ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Yaa’ii Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa 46ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Dooktar Paatiriis…
Pireezidaantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoon Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Jiyaanii Viincheenzoo Infaantiinoon Finfinnee galaniiru.
Jiyaanii Viincheenzoo Infaantiinoon Yaa'ii Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa…
Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaa har'a taphatameen Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifateera.
Diichaan galchii 2 fi 1n Buna Itiyoophiyaa injifateera.