Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa

Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte. Ugaandaan galchii 3 fi 0'n Itiyoophiyaa injifachuun Taanzaaniyaatti aanuun waancaa…

Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik

Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera. Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni Muunik injifateera. Taphoota biroon PSVn…