Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii shaampiyoonaa waancaa addunyaa ta’e
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii yeroo 3ffaaf shaampiyoonaa waancaa addunyaa ta’e.
Garichi yeroo 3ffaaf shaampiyoonaa ta’uun seenaa Ameerikaa fi Jarman qoodataniiru.
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Kooriyaa Kaabaa Umrii Waggaa 20 gadii gita isaa Jaappaan…
Read More...
Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphni Arsenaalii fi Maanchister Sitii kan eegamuudha
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Piriimiyer Liigii Ingilizii torbee 5ffaan taphni Arsenaalii fi Maanchister Sitii gidduutti har’a gaggeeffamu hawwii olaanaan kan eegamuudha.
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Biraayitan Hoov…
Cheelsiin galchii 3 fi 0n Westhaam Yuunaayitid injifate
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaa har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen cheelsiin galchii 3-0’n Westhaam Yuunaayitid injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan taphni Maanchiister Siitiin Arsenaal keessummeessu hawwiin…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 5ffaa kun har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee kan taphatamu yoo ta’u, taphni Weest Haam – Cheelsii…
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa bara 2017 kan kilaboota 19 walfalmisiisu har’a ifatti eegala
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 tapha har’a Maqalee 70 Indartaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin taphatuun eegalama.
Tapha har'a Maqalee 70 Indartaan waaree booda sa’aatii 10:00 irraa…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’as itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) –Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa 2024/25 marsaan jalqabaa har’a galgala itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala saa’aatii 1:45 irraa eegalee Boolonyaa – Shaakater Doonetsiki fi Ispaartaa Praagu…
Shaampiyansi Liigiin Awurooppaa har’a jalqaba
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Taphni Shaampiyansi Liigii Awurooppaa 2024/25 har’a galgalarraa eegalee gaggeeffamuu jalqaba.
Taphichaarratti kilaboonni Awurooppaa 36 kan hirmaatan yoo ta’u, dorgommii har’aatiin sa’atii 1:45 irraa…