Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti rukkuttaa adabbii walitti aansuun argate lama galchiitti jijjiiruun galchii 2 fi 0n Garee Biyyaalessa Itiyoophiyaa injifateera. Haaluma kanaan morkiin yeroo…
Read More...

Gaarnaachoon Cheelsiitti makame

Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Cheelsiin Lammii Arjentiinaa jifataa sarara cinaa Maanchiister Yuunaayitiid Aleehandiroo Gaarnaachoo mallatteessifachuu ifoomse. Gaarnaachoon Paawundii miiliyoona 40'n Kilaba Lixa Landan Cheelsiif…

Cheelsii 2 – 0 Fuulhaam

Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 3ffaan Cheelsiin Fuulhaam injifate. Cheelsiin galchii 2 fi 0n Fuulhaam injifachuun sadarkaa isaa gara 1ffaatti fooyyeeffateera. Peediroo fi Farnaandeez…