Ispoortii
Liiverpuul galchii 3 fi 0n Maanchiister Yuunaayitiid injifate
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii 'Laankishaayer' olaantummaa Liiverpuuliin xumurameera.
Maanchiister Yuunaayitiid dirree ofiirratti Liiverpuuliin galchii 3 fi 0n injifatameera.
Luwis Díyaaz daqiiqaa 35' fi 42' irratti galchii 2 yoo lakkoofsiisu, Mohamed Salah daqiiqaa 56' irratti galchii 1…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a taphatameen Cheelsiin qixa yoo bahu, Tootenhaam injifatameera.
Niwuukastiil galchii 2 fi 1n Tootenhaam yoo injifatu, Cheelsiin Kiristaal Paalaas…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu Magaalaa Liimaatti gaggeeffame Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumurteerti.
Dorgommii biyyoota…
Arsenaalii fi Biraayitan qixa addaan ba’an
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 3ffaan Arsenaal dirree isaarratti Biraayitan Hoof Albiyooniin keessummeessuun qixa 1 fi 1’n addaan ba’aniiru.
Gama biraatiin Maanchister Siitiin galgala sa’aatii 1:30…
Dorgommiiwwan sadii Itiyoophiyaanonni ni injifatuun eegamu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Har’a kan xumuramu Shampiyoonaan Atleetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiin dorgommiiwwan sadii Atileetonni Itiyoophiyaa ni injifatuun eegaman ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan dorgommii xumuraa fiigicha…
Atileet Siimboo Alamaayyoon rikardii dorgommichaa fooyyessuun meedaaliyaa Warqee injifatte
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaamiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadiin Atileet Siimboo Alamaayyoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatte.
Simboon fageenyicha…
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni…
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har'a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa injifannoof itti eegaman 4 ni…